Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hongeen Somaaliyaa Mudate Uummata Heduu Beelaaf Saaxiluu Mala


HOngee hamaan uummata Somaaliyaa miliyoona lamaa balaa beelaaf saaxilee kanneen kumaan laka’aman gandeen isaanii dhiisanii gara mooraa Moqaadishoo ala jiru keessa akka buufatan diqisiisee jira.

Tokkummaan mootummootaas kanneen gargaarsa barbaadan dhaqqabuuf gargaarsa yeroo hatattamaa gaafatee jira. Kanneen keessa ijoollee Somaaliyaa miliyoona tokko ta’antu keessatti argamu.

Uummarti kurna kumaan laka’aman torbanneen sadan darban hanqina nyaataa fi bishaanii isaan mudate irraan kan ka’e gargaarsaaf Moqaadishoo seenanii jiran.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG