Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waraanni Masrii Dhiittaa Mirga Namaa Hamaa Raawwate: Human Rights Watch


Waraanni Masrii fi humnoonni poolisii odola Siinaa gama kaabaa keessatti dhiittaa mirga namaa hamaa raawwatan jedha gabaasi haaraan garee mirga namaa kan Human rights Watch. Yakki raawwatame yakka waraanaa ta’uun illee beekamee jira.

Akka gabaasa sanaatti humnooni naga eegumsa Masrii kanneen duula farra loote seentota naannoo sanaa geggeessantu siivilota irratti tarkaanfii sirnawaa hin taane fudhate.

Hidhaa gar malee fi ajjeechaa akkasumas dararaa, mana ofii keessaa dirqisiisuun ari’auu akka dabalatu illee gabaasichi tuqee jira.

Angawoonni mootummaa Masrii himannaa sana fudhatama dhabsiisan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG