Xurree ittiin seenan

Breaking News

'Adoo silaa innii wayi yakkuu baatee eeyee hin yakkine jenna,' jedhe daarekterii FBI ka durii, waan pirz.Tiraampiin himatan qorate, Muuler


U.S. Special Counsel Robert Mueller makes a statement on his investigation into Russian interference in the 2016 U.S. presidential election at the Justice Department in Washington, May 29, 2019.
U.S. Special Counsel Robert Mueller makes a statement on his investigation into Russian interference in the 2016 U.S. presidential election at the Justice Department in Washington, May 29, 2019.

Pirezidaanti Tiraampii fi bulchiinsii isaa filannoo Amerikaa bara 2016 faaydaa keessaa argachuuf Raashiyaan wal qarqaaranii filanno tana pirezidaantummaa tana borcaa bahe jedhanii himachaa bahan.

Daarektera FBI ka duri,Roobert Muuleri ganna lama qorachaa bahee waan arge Ebla 18,2019 barreeffatamaan gadi baase.

Taatullee waan qoratee arge hardha biyyatti gadi bahee afaaniin duubate.

Muuler dubbii tana qoratee Tiraampi himachuu fi dhibaachuun ammoo hujii kongireesiiti.

Muuler waan qorate arge fuula 448 irratti barreesse.Abbaan alangaa addaa US, William Barr gabaasa “Muuler kana ya agarree ammoo Tiraampi seera dabse jennee afaan guutacnnee dubbacuuf ragaa hin agarre,” jedhe.

Dubbiin tun laakkuma bultee kaatuun waan haaraan gadi baati.

Pirezidaantoti Amerikaa akka Tiraampi kana himatan Andrew Johnson fi Bill Clinton. Jara lachuu Mana Marii Amrikaatit hiamte taatullee Senetiin tana irratti walii hin galle.

Pirezidaantiin 37essoo Richard Nixon (1913-94) ammoo balleessaa gugurdoon himatanii dubbiin itti jabaannaan eegii biyya bulchee gara ganna shanii fi wayitti ufumaan hujii irraa bu’e.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG