ADAAMAA —
Koreen araaraa wal-dhibdee Adda Bilisumaa Oromoo fi Mootummaa naanno Oromiyaa jiddutti uumame furuuf hundaa’ee socho’aa ture gabaasa isaa kan xumuraa dhihessee jira.
Addi Bilisumaa Oromoos waraana caasa isaatiin hogganamu kan bosonaa hin qabne ta'uu dubbatee, nageenya biyyattii tiksuuf kan mootumaa naannoo Oromiyaa waliin hojjatu ta'uu beeksisee jira. Muktaa Jamaal tu gabaase. Caqasaa
Yaada kenni