Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiiwwan Somaaliyaa Kanneen Yemen Keessaa Biyya Ofiitti Deebi’aa Jiran


(suuraa faayilii)
(suuraa faayilii)

Yaballi baqattoota Somaaliyaa kanneen jeeqama Yemenii jalaa dheessan andaara galaana Somaaliyaa Berberaa ga’anii jiran.

Imalli kun jarmayaa baqattoota kan tokkummaa mootummaa fi angawoota Yemenii fi Somaaliyaan qindaa’e.

Imalli kun erga jarmayaan gargaarsa namoomaa kan tokkummaa mootummootaa sagantaa namoota biyya ofiitti deebisuu qabee 33ffaa ta’uu isaa ti jedha gabaasi Lisa Schlein Geneva irraa ergame.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG