Xurree ittiin seenan

Breaking News

ADP Sochii Gaggeessuuf Karoorfachuu Isaa Beeksisee

Itoophiyaa map
Itoophiyaa map

Paartiin Demokraatawaa Amaaraa (ADP) ajandaalee sadarkaa bulchiinsa naannoo ofiis ta’e sadarkaa biyyaa irratti qabu ilaalchisee uummataa giddutti sochii bal’aa gaggeesuuf akka jiru beeksiise.

Dhimmootii hawaasaa, dinagdee fi siyaasaa irratti paartiin kun sochii bal’aa gaggeessuf jiru kana irratti dhalattonni bulchiinsa naannoo Amaaraa hirmaannaa jabaa akka godhaniif gaafatee jira

This item is part of
XS
SM
MD
LG