WAASHINGITAN, DIISII —
Itiyoophiyaa naannolee afurii fi bulchiinsa magaala Finfinnee keessatti dhukkubni Koleera, kan haqqee fi gara yaasaa ka’uu isaa Institiyuutiin Fayyaa Hawaasa kan Itiyoophiyaa beeksisee jira. Institiyuutiin kun akka beeksisetti, Oromiyaa keesssaa dhibeen kun Godina Harargee Lixaatti mudate. Gabaasaa guutu caqasaa.