Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi Ministeera Itiyoophiyaa Kaartumiin Daawwatuuf Jiru


Muummichi ministeeraa Abiy Ahimed hoogganoota waraana Sudaanii fi gurmuu mormitootaa dhimmi ce’umsa dimokraasii biyyattii ilaalchisee jaarsummaan jidduu seenuuf jecha bor gara Karuumitti qajeeluuf kan jiran ta’uun beekamee jira.

Rooyeters madda diplomaasummaa Embasii Itiyoophiyaa kan Kaartuum keessaa maqaa dha’uun yoo qabaasu, muumichi ministeeraa Abiy turtii isaanii gamasii kan guyyaa tokkoon gurmuu hooggana waraanaa fi miseensota humnoota mormitoota waliin kan mari’atan ta’uu maddeen kun tuqanii jiran.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG