Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abboonni Qabeenyaa Keenya Doorsisamaa Jiru Jedhu: Jiraattota Magaalaa Baahir Daar


Abbootii qabeenyaa magaalaa keenyaa humnoonni doorsisan murtiitti dhiyaachuu qabu jechuu dhaan dargaggoonni magaalaa Baahir Daar gaafataniiru.

Yeroo dhiyoo as magaalaa Baahir Daar keessatti sochiiwwan seeraan alaa waan mul’ataniif jiraattonni magaalattii fi abbootiin qabeenyaa yaaddoo guddaa keessa jira. Kana ilaalchisee dargaggoonni magaalattii waltajjii marii qopheessanii jiran. Waltajjii sana irrattis itti aanaa muummicha ministeera dabalatee hoogganni sadarkaa ol aanaa fi abboonni qabeenya magalattii argamaniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG