Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaan Orotodoksii Itiyoophiyaa Gareen Jaalalleewwan Saala Wal Fakkaataa Biyya Akka Hin Seenne Gaafatte


Faayilii _ Alabaabaa mallattoo jaalalleewwan Saala wal fakkaataa bataskaana Kaatoolikii Waashingitan biratti fanifamee jiru, Waashingitan Diisii
Faayilii _ Alabaabaa mallattoo jaalalleewwan Saala wal fakkaataa bataskaana Kaatoolikii Waashingitan biratti fanifamee jiru, Waashingitan Diisii

Dhaaba “TOTO” jedhamuun Itiyooophiyaa daawwachuuf kan karoorfate gurmuu jaalalleewwan Saala wal fakkaataa mormiin isa mudatee jira

ootummaanis daawwannaa kana akka ittisu qaamotiin waldaa Orotodoksii adda addaa gaafataniiru.

Guyyoota sadii dura waldaa orotodoksii Itiyoophiyaa walloo kaabaa gumiin waldaa laallibalaa ministrii aadaa fi Turizimii Itiyoophiyaaf xalayaa cimaa barreesseefii jira.

Xalayaan sun akka jedhutti gareen sodoomota ti ittiin jedhe yoo danda’ame biyya akka hin seenne ta’uu baannaan garuu gara Gadaamii Laalibalaa akka hin dhufne akeekkachiisa.

Waldaa Orotodoksii Itiyoophiyaatti tokkummaan waldoota Orotodoksii Gonderis xalayaa wal fakkaatu ministrichaaf ergee jira.

Gareen daawwattoota Ameerikaa irraa ka’u kun qaamotiin adda addaa mormii dhiyeessu iyyuu karoora daawwannaaf qabu kan hin jijjiirre ta’uu

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG