Xurree ittiin seenan

Breaking News

Nama Artiist Daadhii Galaan Ajjeesuun Himatametti Hidhaa Umurii Guutuu Tu Murame


Artiist Daadhii Galaan

Manni-murtii olaana godina Shawaa Bahaa himatamaa Artiist Daadhi Galaan ajjeesuun himatame irratti hidhaa umrii guutu murteessuun beekamee jira.

Abbaan Artiist Daadhi Galaan, Obbo Galaan Wadaajoo, murtichatti quufuu dhabuu isaanii fi ol iyyanno kan gaafatan ta’uu Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf himanii jiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:57 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG