Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ejjennaan Aangawoota Mootummaa Itiyoophiyaa Maal Akka Ta’e Baruu Barbaanna: Jaarmayaa Toto


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Jaarmyaan “TOTO” jedhamuu fi gurmuu jaalaleewwan Saala wal fakkaataa tajaajiilu Itiyooophiyaa daawwachuuf karoorri baafate mormiin isa mudatee jira.

Mootummaan Itiyoophiyaa daawwannaa kana akka ittisu qaamotiin waldaa Orotodoksii adda addaa gaafataniiru.

Bu’ursaan jaarmayaa kanaa Daan Weer teessumii waajiira isaanii Chikaagoo ta’u fi namoota saala wal fakkaataa jaalalleewwan walii ta’an tajaajiluuf bara 1990 hundeeffamu ibsan.

Mormii mudatee Kanaan imaltuu sageenteeffatan itti fufuu fi dhiisuu gaafatamanii hojjattoota Embaasii Amerikaa kanneen Finfinnee keessaa waliin har’a dubbannee jedhanii bakka bu’an nu dubbise kan nutti himee Itiyoophiyaa keessatti jibbaa fi dhaamsii jibbaa Intarnettiin facaa’an dhugaa lafa irra jiru waliin wal irraa fagoo dha jedhan.

Kana malees Embaasii kana keessa hojjachuu ergan jalqabee waggaa 3 ta’eeraa kanneen gama Kanaan rakkoon irra ga’e lammiwwan Amerikaa na hin mudannee jechuu ibsan.

Maraafuu Embaasiin deebii kana kennuus imaltuun keenya seera cabsuun waan hin taaneef jecha itti fufuufis ta’e haquuf ejjennaan aangawoota mootummaa Itiyoophiyaa maal akka ta’e baruun barbaachisaa dha jedhan Dan Weer.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG