FINFINNEE —
Akka Ejensiin Qormaataa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa jedhetti, qormaatni barattoonni kutaa kudha-lamaa yeroo ammaa fudhachuutti jiran nagumaan deemaa jira.
Daarektorri itti-aanaan ejensii kanaa Dr Zarihun Dureessaa, warri deemsa qormaataa kanatti dhiibbaa gochuuf itti dhufanillee qabamuu dubbatu. Muktaar Jamaal tu Finfinneetti dubbise.
Guutummaa gaaffii fi deebii Dr. Zarihun waliin taasisamee caqasaa.