Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Waaltaalee Biyyattii Hanga Tokko Gara Qabiyyee Dhuunfaatti Jijjiiruuf Qophaa’aa Jirti


Itiyoo Telekoom
Itiyoo Telekoom

Itiyoophiyaan waaltaalee mootummaa hanga tokko gara qabiyyee dhuunfaatti jijjiiruuf qophaa’aa jiraachuu ishee ministeerri maallaqaa Itiyoophiyaa ibsaniiru. Haa ta’u malee biyyattii keessaa waaltaaleen beekamoo ta’an gara qabiyyee dhuunfaatti jijjiiruun deebii wal makaa ta’e argamsiisee jira.

Daandiin balalii Itiyoophiyaa fi Itiyoo Telekoom kanneen qabiyyee dhuunfaatti jijjiiramuuf muummichi Ministeera Itiyoophiyaa Abiy Ahimed karoorsan keessaa ti.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:55 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG