Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wixinee Seera Mootummaa Hong Koong Mormiitu Isa Mudate


Mormii Chaayinaa
Mormii Chaayinaa

Wixinee seeraa ka namoonni Hong Koong keessatti yakka hojjetan gara Chaayinaa waaltaatti akka ergaman eeyamu ba’uun rakkoo siyaasaa fi jeeqama uumuu isaaf hooggantuun Hong Koong Carrie Laam dhiifama gaafatanii jiran.

Mormitoonni hanga gaaffiin isaanii deebii argatutti biilsa mana maree marsanii kan jiran ta’uu isaaniif deebiin hatattamaa akka kennamu seerri sunis akka haqamu gaafataniiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:00 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG