Xurree ittiin seenan

Breaking News

Getaachoo Asaffaa-faa Mana Murtiitti akka Dhiyaatan Gaazexaan Akka Waamaman Ajajame


Manni murtii federaalaa Itiyoophiyaa daayriktera tajaajila ragaa fi naga eegumsa biyyoolessaa duraanii obbo Geetaachoo Asaffaa dabalatee abbaan alangaa himannaa kan irratti dhiyeesse namoonni afur gaazexaa dhaan waamichi akka isaan ga’u ajaje.

Abbaan alangaa kan dhiyeesse gaaffii eegumsa namoota ragaa ba’anii, ilaalchisee ibsa akka kennu manni murtii ajajee jira.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG