Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jireenya Baqattootaa Ugaandaa Keessaa


Ugaandaan Afrikaa keessatti biyya baqattoota irra guddeessa keessummeessite. Irra jireessi isaanii Sudaan Kibbaa irraa itti dheessan.

Baqattoota miliyoona tokkoo fi nuusa biyyattii keessa qubatanii jiran keessaa kaneen kuma soddomii jaha tahan ijoollee warri wajjiin hin jirree fi ijoollee warra isaanii irra adda bahani.

Gama biraatiin immoo baqattoota sana keessaa kanneen vaayiresii HIV waliin jiraatan akka sirnaan hordofamaa hin jirree fi wal’aansa hin arganne akeekkachiisan – hojjetoonni eegumsa fayyaa.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:33 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG