Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqataa Suudaan Kibbaa Itoophiyaan Dahoo Taatef


Baqataa Suudaan Kibbaa Itoophiyaan Dahoo Taatef
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:12 0:00

Guyyaa Baqattoota har’a guutummaa Addunyaatti ayyaaneffame ilaalchisuudhaan, gabaasaan VOA Naakoor Malkaa gara Gaambeellaatti imaluudhaan baqattoota achi jiraatan keessaa dargaggoo tokko haasofsiisee jira.

Buufata Baqattoota Kuulee jedhamutti kan argamu dargaggoo Hakiim Wal barataa yoo tahu waa’ee jiraanya isaa dabarsee fi hawwii isaa fuul-duraa dubbata.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:54 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG