Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hariiroo Addunyaa Wal Xaxaa fi Hamaa Ta’e Keessatti Michummaa jajjabeesuun Barbaachisaa:Dhaabbata Oduu

Prezidaantiin Chaayinaa shii ping daw’annaa guyyaa lamaaf Koriyaa kaabaa keessatti gaggeessan biyyoota lamaaniif yeroo gaarii hin taanee jechuun xinxaltoonni ibsaa jiru.

KorIyaa kaabaaf marii isheen Yunaaytid Isteetes waliin gaggeessituutti akka deebi karaa kan sirreesuuf yoo ta’u Chaayinaaf garu dhimmi Nukleera Koriyaa Kaabaa irratti dhiibbaa geeesisuu dandeessu kan calaqiisu ta’a jedhan xinxaltonni.

This item is part of
XS
SM
MD
LG