Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tarkaanfii Mootummaan Fudhatu Waltajjii Siyaasaa Dhiphisuu Hin Qabu: Paartii Mormituu IZEMA


Mootummaan Itiyoopiyaa torbee kana Baahir Daar fi Finfinnee keessatti angawoota sivilii fi waraanaa irratti fudhatametti aansuu dhaan tarkaanfii adda addaa fudhataa jira.

Mootummaan trkaanfii fudhachuun isaa waanuma eegamu ture kan jedhan dura taa’aan IZEMA Yeshiwaas Asaffaa tarkaanfiin fudhatamu garuu waltajjii siyaasaa deebisee bifa hin dhiphisneen ta’uu qaba jedhan.

Tarkaanfiin seeraa fi waltajjii siyaasaa akka hin dhiphanne gochuuf tarkaanfiin fudhatamu madaala isaa eeguu akka qabu dubbatan jedha Eskinder Frew Finfinneerraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG