Xurree ittiin seenan

Breaking News

Senetiin Ameerikaa Koolu Galtoota Daangaa Meeksikoo Deggruuf Maallaqa Oolu Raggaasise


Senetiin Ameerikaa rakkoo namoomaa daanngaa Meeksikoo fi Ameerikaa irratti uumame furuuf kan oolu maallaqa doolaara biliyoona afur ol ramaduu isaa kaleessa beeksisee jira. Kuni koolu galtoota hidhaa keessa jiran keessumaa ijoollee gargaaruuf kan oolu.

Sagalee 84-8n kan darbe seerri kun akkaataa bulchiinsi Tramp ijoollee daangaa irratti to’annaa jala oolanii fi keessumaa du’uu haadhaa fi intala lammiiwwan El Salvador laga Riyoo Graandee ce’anii gara Ameerikaa-tti qaxxaamuruuf utuu yaalanii du’an dabalatee qorannaan erga geggeessameen booda hojii irra oole.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG