Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Lakkoofsi Namoota Dhibee Koleeraatiin Qabamanii Dabalaa Jira


Itiyoophiyaa keessatti namoonni dhibee Koleeraatiin qabaman dhibba torbaa fi torbaatami shan gahuu Inistitiyutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksise.

Dhibeen kun naannoo Oromiyaa fi Finffinee keessatti kan dabalaa jiru tahuu isaa fi aannooleen Amaara fi Tigraay ka tohataa jiran tahuu ka beeksise Inistitiyuutichi naannoo Affaar keessatti immoo akka haaraatti dhibeen kun dabalataan mul’ate, jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:54 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG