Xurree ittiin seenan

Breaking News

Saalvakiir Keeniyaa Daawwatan

Pirezidentiin Sudaan Kibbaa Saalva Kiir daawwannaa guyyaa lamaaf Keeniyaa jiru.

Turtii isaanii harraatiinis Pirezidentii Keeniyaa Uhuruu Keeniyaattaa waliin wal araganii marii gaggeessanii jiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:01:53 0:00

This item is part of
XS
SM
MD
LG