Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaatti Lakkoofsi Namoota Dhibee Koleeraatin Qabamanii 871 Gahuun Ibsame


Itiyoophiyaatti namooni dhibee koleeraatin qabaman 871 gahuu isaa Institiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksise jira. Inistiitiyuutichi akka ibsetti Godina Hararagee Lixaatti talaliin dhukkubichaa kanamuu eegalee jira.

Talaalichi eegalamuu ka beeksise, Wajjirri eegumsa fayyaa Godina Harargee Lixaa, “garuu, gahaa miti” jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:47 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG