Xurree ittiin seenan

Breaking News

BBCn Waajira Isaa Burundii Keessaa Cufuufi


Dhaabbatni Oduu BBCn Waajira Isaa Burundii Keessaa Akka Cufuuf Deemu Labsee Jira.

Tarkaanfii kana fudhachuun isaa, mootummaan Burundii ehama hojii isaa uggure, akka eyyamicha haaressuuf eega baatiilee 14f kadhataa turee booda tahuu beeksisee jira, BBCn.

Gareen walabummaa miidiyaaf qabsaa’u “Reporters Without Boarders” yokaan Gabaastota Daangaan Hin Uggurre jedhamu, BBCn waajira isaa Burundii keessaa cufuu isaatiin, haalli walabummaa preesii biyyattii keessaa akkaan yaaddessaa tahuu isaa dubbata.

Burundiin ammaan duras, ehama hojii kan Raadiyoo Sagalee Ameerikaa yokaan VOA rarraastee turte.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:24 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG