Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin Lammummaa Fi Murtii Haqaa Nagaan Akka Bu’u Gaafate

Mootummaa fi qaamotiin dhimmi ilaalu dursanii nagaa fi tasgabbii biyyaaf akka hojjetan EZEMAn waamicha dabarse.

Sidaamaas ta’e kutaalee biyyootii ka biroo keessatti dhimma humnoota rakkoo uuman adda baasee murtiitti akka dhiyeessu gaafatee jira. EZEMAn kana kan gaafate har’a waaree irratti ibsa tuuta oduuf kenneen ture.

This item is part of
XS
SM
MD
LG