Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiisi Magaalaa Dirree Dawaa Bulchaa Magaalaa Haarawaa Filate


Dire Dawa
Dire Dawa

Bulchiinsi magaalaa Dirree Dhawaa gumii waggaa 2ffaa waameen afaan yaa’ii haarawaa fi itti aanaa bulchaa magaalaa haaraa filatee jira.

Taayitaa bulchaa magaalaatti itti aanaa bulchaa ta’uun kan muudman obbo Ahimed Medhammed buhii, nageenyaa fi dinagdee magaalattiif qiyyaafata duraa kennanii akka hojjetan beeksisan.

Afaan yaa’ii ta’uun waggoota 13n darbaniif hojjetaa kan turan Abdallaa Usmaan fedha ofiin hojii waan gad dhiisaniif bakka isaanii itti gaafatamtuun dhimmoota dubartootaa fi ijoollee aadde Faxxum Musxafaa filataniiru jedha gabaasi Addis Chekol.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG