ADAAMAA —
Godinaa Baaleetti namoonni haala garagaraan manaa fi qehee ofii irraa buqqa’anii jiran, qehee fi jiruu isaanitti deebi’uu dadhabuun rakko hamaaf akka isaan saaxile dubbatu.
Wajjiri Hoggansa Sodaa Balaa godinichaa ammoo gama isaatiin rakkoon jiru hubatamee haala jiruu isaaniitti itti debi’an irratti hojjatamaa jira, jedha.
Gabaasaa guutuu caqasaa