Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo Godiina Sidaamaa Keessatti Dhaqqabeef Manni Marii Naannoo Itti Gaafatamaa Dha: Sochii Walabummaa Sidaamaa


Dargaggeessa Sidaamaa alaabaa uffatee bakka walgahiitti haasaha gochaa jiru, Adoolessa 17, 2019
Dargaggeessa Sidaamaa alaabaa uffatee bakka walgahiitti haasaha gochaa jiru, Adoolessa 17, 2019

Itiyoophiyaas ta’e bulchiinsa naannoolee keessatti sochiin jijjiramaa eegalamee jajjabaataa akka jiru kan ibse Sochiin walabummaa Sidaamaa faallaa kanaa deemsa jijjiramaa jiru kanneen morman fi seeraan kanneen hin hubatiin jeequmsaa fi hokkara kakaasanii jiru jedhee jira.

Bulchiinsa naannoon gurmaa’uuf mirgii heeraan kenname kan isaan ilaallatu aangawoonni mootummaa yeroo qabameetti deebii kennuu dhisuun isaanii dhimmi warra Sidaamaa rarra’ee akka hafu taasisee jedha ibsii jaarmayichii baase.

Ibsa Guutuu Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:38 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG