Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weerara Vaayrasii HIV Hanqisuuf Yaalii Sadarkaa Addunyaatti Gaggeeffamaa ture Gad Bu’e Jira


Weerara dhukkuba Ech Ay Vii Edsii (HIV/ AIDS) hanqisuuf yaalii sadarkaa addunyaatti gaggeeffamaa ture gad bu’un ibsamee jira.

Sagantaa Tokkummaan mootummotaa waa’ee HIV/ AIDS irratti gaggeessuu kan UNAIDS jedhamu akeekachiisa kenneen namoonni vaayrasii HIVn haaraa qabaman lakkofsaan hanqisuuf kan dadhabame biyyonni adda addaa fedhiin siyaasaa qaban hanqataa waan deemeef ta’uun ibsamee jira.

Bara darbee jechuun 2018 keessa namoonni haaraa vaayrasii HIViin qabaman Miliyoona 1.7 yoo ta’an kanneen keessaa kumnii 700 fi kumnii 70 dhukkuba Edsii waliin wal qabatee du’an.

Gama kaaniin namoonni dhukkubsatanii ykn balaan isaan mudatee hospitaala seenan hatattamaan akka fayyaniif nyaata madaalamaa argachuu akka qaban ibsamee jira.

Gabaasa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:09:11 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG