Xurree ittiin seenan

Breaking News

Taanzaaniyaan Kilimaanjaaroo Irratti Tajaajila Konkolaataa Shiboo Irra Deemu Eegaluuf Karoorsite


Taanzaaniyaan gaara dheeraa Afriikaa fi seena qabeessa irratti tajaajila konkolaaaa shiboo irra deebu jalqabuuf karoorsite.

Biyyattiin lakkoobsa tuuristootaa dabaluu barbaaddi garuu, kanneen gaara sana daawwachiisan tajaajilli akkasii bineensawwan daggala gaarreen sanaaf balaa ta’uu mala jechuun yaaddoo qaban ibsaniiru.

Garri dheeraan Afriikaa kun magaalaa Moshi, ka Taanzaaniyaa daldalaa fi tuurizimii dhaan hedduu deggera. Namoota gamasii hedduufis madda galii ti.

Angawoonni akka jedhanitti tajaajilli kun warren qaamaa hir’uu, maanguddootaa fi ijoollee dhaaf mijataa yoo ta’u turizimiin illee naannoo gaarreen sanaatti akka fooyya’u godha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG