Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaan Qoranno Oromoo Namoota Waldichaaf 'Gumaacha Godhan' Jedhe Badhaase


Guraandhala 26 irraa hanga 28tti, kora isaa wagtgaa yeroo duraatiif magaalaa Finfinnee keessatti ka geggeeffate - Waldaan Qoranno Oromoo yokaan OSAn, namoota fi dhaabbatoota dhimma Oromoo fi waldichaaf gumaacha godhan, jedheef badhaasaa fi beekamtii kennee jira. Kitaabni Dr. Gammachuu Magarsaa barreessanii, maxxansiisanis, kora kana irratti eebbifamee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:07 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG