Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gatiin Sharafa Maallaqa Chaayinaa Gad Kufe


Maallqi Chaayinaa Yuaan erga prezidaant Doonaald Traamp meeshaalee Chaayinaa doolaara biliyoona 300 ta’u irratti dilaala dhibba irraa harka 10 dabaluuf dhaadatanii booda waggoota 11 keessatti harka akkaan gad cabee jira.

Gatiin sharafa maallaqa Chaayinaa kun gad cabuun erga Ameerika waliin daldalli Hong Kong keessatti bara 2010 keessatti jalqabamee fi erga Ebla bara 2008 qabee isa gad aanaa dha.

Taajjadoonni muddamni boba’aa Washington waliin jiru gad caba jedhanii jkan abdatan yoo ta’u, tarii immoo sharara irratti waraanni jiru illee ka’uu mala jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG