Xurree ittiin seenan

Breaking News

Agawoonni Saaud Arabiyaa Eertraa Daawwataa Jiran


Angawoonni gameeyyiin Saudii daawwannaa Eertraatti geggeessaniin prezidaant Isaayas Afewerqii waliin kaleessa mana mootummaa Asmraa jirutti wal arguu dhaan dhimmootii nageenyaa naannoo galaana diimaa irratti mari’atanii jiru.

Sabaa himaan Eertraa mariin sun dhimmootii misoomaa fi hariiroo Eertraa fi Saaud Arabiyaa akkasumas nageeyaa ti jechuu irra darbee ibsa bal’aa hin kennine.

Akka qaama michummaa jirutti Eertraan gamtaan galoo galaanaa andaara galaana Asab akka gargaaraman fi buufati xiqqaara naannoo jiru haleellaa Yemen keessatti geggeessamu akka gargaaru eeyamtee jirti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG