Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattonni Magaalaa Hawaasaa Ajaja Waraanaa Wajjiin Marii Gaggeessan


Magaalaa Hawaasaa keessatti yeroo fi iddoo mijataa eeggachuun yakki rawwatamu akkasumas eenyummaa irratti qiyyaafachuun tuttuqqaan oofamu jiraattonni tasagabiin akka hin jiraannee fi haal yaaddeess keessa akka galan gochuu isaa jiraattonni ajaja waraanaa waliin marii gaggeessan dubbatanii jiru.

Marii kana irratti ajajii waraanaa fi raayyaan ittisa biyyaa magaalaa Hawaasaa keessaa akka ba’an yaadi kan dhiyaate yoo ta’u kanneen biroon immo lakkii turuu qabu sababiin isaas nagaa kan arganne isaan magaalatti eega to’atanii booda jedhan.

Nagaan mirkanaa’uu dandeenyaan baatii lama keessatti xumuxranii akka ba’an kan ibse ajajii waraanaa kun ta’u didee tasgabiin hin bu’u taanaan garu labsiin yeroo hatattamaa akka labsamuuf jiru ibsan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG