FINFINNEE —
Dr Ismaa'il Abdulaahi namoota sochii oromoo waggota shantama dura baha oromiyaa Dirre Dhawaa fi naanno sanityi ture keessa nama tokko.keessattu oromoo barumsaan damaqsuun barbaachisaadha jedhanii amanaa turan.
Waggaa shantama dura erga biyya baqatanii bahanilee booda Waldaa Qoranno Oromoo (OSA) hundessu keessattis shoora qabaniin Prerzdantii waldichaa kan jalqabaa turan.
Dr Ismaa'il wagga shantammaffa isaanitti, barana biyyatti galan.
Oduu gabaasaan keenya Muktaar Jamaal Dr Ismaa'il Abdulaahi haasofsisee ture.