Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Deggersa Mootummaa Fudhachuu Itti Fufan Eeyama Jireenyaa Hin Argatan: Bulchiisa Traamp


Imaamati bulchiinsa Traamp harawaan koolu galtoonni duruu Yunaayitid Isteetis keessa jiran yoo tajaajila mootummaa irraa kennamu kan akka insuraansii wal’aansa fayyaa, gargaarsa nyaataa fi mana jireenyaa argatan ta’e eeyama jireenyaa ykn lammummaa Ameerikaa akka hin arganne uggura.

Kanneen mirga koolu galtootaaf falman ajaja kana mormuu dhaan kun haqaan ala koolu galtoota hiyyeeyyii irratti fuuleffate jedhan jedha gabaasi Patsy Wida-kus-wara.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:51 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG