Xurree ittiin seenan

Breaking News

Falmiin Keniyaa fi Somaaliyaa Giddutti Uumamee Jabaataa Jira


Keniyaa fi Somaaliyaan galaana Hindii kan ilaaleen abbaa qabeenyummaa lafaa irratti wal falmaa jiru.Keniyaan waraana ishee gara naannoo falmii kaasiseetti erguuf sodaachisaa yeroo jirtu kanatti paarlaamaan Somaaliyaa immo barbaachisummaa waraana erganii tarkaanfii Keniyaa dhaabsisuu barbaadaa jira.

Prezidaantiin Keniyaa Uhuuruu Keenyaattaa waraana gara galaana Hindiitti akka erganiif paarlaamaan gaafatee jira.Somaaliyaanis waraana ofii akka ergitu fi Keniyaa dura akka dhaabattu beeksiifte.

Manni murtii haqaa kan tokkummaa mootummotaa falmii kana yakka ilaalchaan akka furamuuf eega murteessee ji’a tokko ituu hin guutiin sodaachisii Keniyaa ken dhaga’ame.

Maraafuu Fulbaana 2 bara 2019 fullee keenyaa ilaaluuf jira. Golli naga eegumsaa fi Gamtaan Afrikaas dhimmi kana itti dhiyeenyaan hordofaa jiru.

Gabaasa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:43 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG