Xurree ittiin seenan

Breaking News

Matammaa Keessatti Konkolaataa Fe’umsaa Qabaman Qaamonni Nageenyaa Naannoo Sanaa Hin Beeknu jedhu


Konkolaattota qabaman keessa tokko. Suuraan kun miidiyaalee hawaasummaa irraa argame
Konkolaattota qabaman keessa tokko. Suuraan kun miidiyaalee hawaasummaa irraa argame

Ajajaan raayyaa waraanaa kan naannoo Matammaa Yohaannis utuu hin beekin dheengadda konkolaataa fe’umsaa kan waraanaa ti jedhaman shaniin rasaasa fe’uun gara Sudaanitti kanneen ceesisaa turan to’annaa poolisii jala ooluun qoratamaa kan jiran ta’uun ibsameera.

Bulchiinsa naannoo Amaaraatti humna addaa Gondar dhiyaaf ajajaa kan ta’an Koloneel Solomoon Ashaagaarii akka jedhanti kokolaataa shanan kan dhaabsisee dargaggoota. Lakkoobsii gabatee kokolaattoota kanaa dhoqqee fi Graassoon aguugamee waan tureef dargaggonni shakkanii qaban.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:41 0:00

Garu ajajaan waraana addaa kan Baahir Daar jiru kan seeraa waan ta’eef gadhisaa jechuun ajajee ture.Nuti dhaqqabnee gadhisaa jenneen ni diidan jedhan koloneel splomoon.

Booda yeroo qulqulleeffannu waraqaa qabatanii jiran kan seeraa miti waan jedhameef amma eegumsa jala jiru jedhan.

Gabaasa guutuu caqasaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG