WAASHINGITAN, DIISII —
Yaadi Traamp dhiyeessan deebii wal makaa ta’e dhaqqabsiise.
Yaadi isaan jalqaba torban kanaa kennan qaama miseensoonni mana maree afur keessaa lama Israa’eliin akka hin daawwanne dhorkamanii ti. Lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Juushii hedduun akka jedhanitti
Traamp waa’ee amanamummaa isaanii gaaffii keessa galchuun seenaa irra irra deddeebi’uun himamu kan Juushoti addunyaa keessaa jibbiinsi akka irratti oofamu godhu waliin wal fakkaata.