Xurree ittiin seenan

Breaking News

Chaayinaan Meeshaa Ameerikaa Irratti Dilaala Dabalte


Chaayinaan kan prezidaant Doonaald Traamp baatii Fulbaanaa qabee dilaala meeshaalee gamasii galu irra taarifa kaa’uuf karoorsan ijaa ba’uuf jecha meeshaa Yunaayitid Isteetis kan biliyoona 75 ta’u irra dilaala kan keessuu fi konkolaataa Ameerikaa irrattis taarikfa doolaara dhibba irraa harka 25 kan dabaltu ta’uu beeksisetee jirti.

Prezidaant Traamp tarkaanfii Chaayinaan fudhatteef hara’a gar boodaa deebii kan kennan ta’uu beeksisan.

Traamp akka jedhanitti biyyi keenya waggoota hedduu daldala Chaayinaa waliin jiruun akka malee doolaara Triliyoonaan laka’amu dhabde.

Waggatti qabeenyaa keenya beekumsaa biliyoonaan laka’amu hatan, kanas itti fufuu barbaadhu jedhan Traamp. Kun akka ta’u hin eeyamu, Chaayinaa hin barbaannu, dhugumatti Chayinaa male jiraachuu nuu wayya jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG