Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiisi Traamp Gargaarsi Biyyootii Alaaf Akka Kennamu Walii Gale


White House gargaarsa alaa doolaara biliyoona 4 ilaalchisee falmii mana maree bakka bu’oota uummataa waliin jiru dhiisuu dhaan maallaqi sun akka ba’u kan eeyamu ta’uu beeksise.

Prezidaant Doonaald Traamp maallaqi deggersaaf ba’u kun barbaachisaa miti jechuun kutuuf yaalanii turan garuu ennaa seea tumtoonni ijoo ta’an hanga tokko mormii dhageessisan itti dhiisan.

Deggersi kun akka hin kenname dhorkuun amantii bajata yeroo dheeaaf jiru ilaalchisee walii galtee irra ga’ame cabsuu dha jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG