Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoon Meeshaalee Teeknooloojii Adda Addaa Hojjete Beekamtii Argte


Ezedin kemal

Zaddiin Kamiil dargaggeessa umuriin waggaa 18, barataa kutaa 12ffaa magaalaa Walqixxee jiraatu. Hojiilee waa’uuminsaa yokaan kalaqaa tajaajila adda addaa kennuu danda’an 28 hojjetee beekamtii argatee jira.

Meeshaa balaa ibiddaa akka tasaa ka’u irraa oolchuu danda’u, gemmii yokaan Istoovii bilbila harkaa yokaan mobaayilii fayyadamuun qabsiisuu fi dhaamsuun danda’amuu fi ka biro meeshaalee teknooloojii adda addaa kalaquu isaa dubbata – Zaaddiin.

Gabaasa guutu caqasaa
please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:04:34 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG