FINFINNEE —
"Mana barumsaa mataa kiyyaa banee ummata itti barsiisuun barbaada. Kitaabota tola-ooltumaan walitti qabee yaroo jalqabaaf mana barumsaan ofii itti baradhee dhaqee gumaachu kiyya barattoonni arganii, hedduu gammadanii onnatan."
Kan kana jette Shamaree Bariitee Guddataa ti. Tola-ooltumaan kitaabota walitti qabdee maneen barnootaa adda addaa Oromiyaa keessa jiraniif gumaachiti. Gaaffii fi deebii waliin geggeessame caqasaa.