Xurree ittiin seenan

Breaking News

Giddugalli Qorannoo fi Qu’annoo Odeeffannoo Fayyaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaatti Baname


Giddugalli Qorannoo fi Qu’annoo Odeeffannoo Fayyaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaatti baname kun sababaa fi saaxilamummaa dhukkubootaa adda baasuu fi wal’aanuu, akkasumas odeeffannole madda tokkotti kusuuf ka gargaaru tahuu Ministarri Fayyaa Itiyoophiyaa har’a beeksisee jira. Giddu-galichi deeggarsa maallaqaa doolaara Ameerikaa Miliyoona 12 Dhaabbatni “Bill and Melinda Foundation” jedhamu gumaacheen hundeessame.
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:33 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG