Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Hojii Bara 2011 Hojjetee fi Danqaalee Nu Mudate Jedhu Irratti Ibsa Kenne


Itti aanaa prezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa

Mootumman Naanno Oromiyaa bara 2011 keessa hojiilee Hawaasaa-Dinagdee gurguddo hojjetamanii fi dangaalee nu mudatan, jedhu ilaalchisee Sanbata dabre kana maddeen oduuf ibsa kennee jira

Itti aanaan Preezdantii Obbo Shimalis Abdiisaa ibsa kennaniin, “mootummaan sochii haala siyaasa bal’isus aadan siyaasaa shiraa fi xaxaa ta'e rakkoo nu mudate,” jedhan. Itti aanaa Dura taa'aa Koongirasii Federaalawa Oromoo Obbo Mulaatu Gammachuu immoo, gama isaaniin, ibsi Mootumaan kenne kan kanaan duraa irraa waan adda hin qabu, jedhu.

please wait

No media source currently available

0:00 0:09:02 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG