Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Shororkeessotaa Bara 2001 fi Murtii Yunaaytid Isteets

Haleellaan shororkeessotaa Fulbaana 11, bara 2001 Yunaayitid Isteetis keessatti geggeessame irraa ka’uudhaan Yunaayitid Isteetis Daataabeezii yokaan galmee tarree maqaa namoota shororkeessummatti shakkamanii fi shororkeessota beekamoo qopheessuun, akka biyya ishee hin seenne taasistee jirti.

Abbaan-murtii Federaalaa Yunaayitid Isteetis immoo, dhiheenya kana “tarkaanfiin kun, kan heeraan deggerame miti” jechuun murtii dabarsan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:09 0:00


This item is part of
XS
SM
MD
LG