Xurree ittiin seenan

Breaking News

Heloo Abbaa 100 - Qoosaa Artiist Olii


Fiilmin qoosaa artiist Olii Naggaatiin qophaa’e torban tokko dura Finfinneetti uummataaf dhihaatee eebbifame. Qoosaa taatoon tokko, akka nam-fakkoota adda addaatti taatesse - fiilmiin kun.

Dhimmota siyaasa hawaasumaa fi dinagee hedduu of keessaa qaba – jedhu, kanneen daawwatan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Heloo Abbaa 100 - Qoosaa Artiist Olii
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:26 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG