Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kottu Wal Ta’uun Mootummaa Ijaarraa: Waamicha Natanyaahu


Filannoo guutuu biyyaa kan Israa’eel keessatti gaggeeffameen eenyu akka injifatee ifatti ituu hin beekamiin yeroo jiru kanatti mummichi ministeera Israa’eel Benjamin Natanyaahuu mormituun isaanii Benny Gantziin wal taanee mootummaa ijaarra jechuun afeeran.

Natanyaahuun dhaamas Vidiyoon dabarsan kanaan mootummaa mirga leellisuu ijaaruuf duula gaggeessuus ba’iin filmaataa garu kun ta’u akka hin dandeenye agarsiisee jedhan.

Kanaaf wal taanee hatattamaan Tokkummaan mootummaa hundeessina jedhan Natanyaahun.Gantz gama isaaniin Natanyaahuun hogganaa paartii Liquuid bakka ta’anii jiranti tokkummaan mootummmaa hin dhaabu jedhan.Gantz har’a gara boodaa ibsa baasuuf kan jiran ta’u/ dubbii himaan isaanii ibsanii jiran.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG