Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormiin Jijjiirama Haala Qilleensaa Guutuu Addunyaa Irratti Geggeessamaa Jira


Guyyaan mormii jijjiirama qilleensa addunyaa geggeessamaa jira. Kanneen qindeessan akka tilmaamanitti namooni miliyoona tokkoo ol irratti hirmaachuu malu. Dachiin kun ho’uu kan harki namaa fide jechuu dhaan namoonni hedduun qeeqaa jiran.

Gumiin tokkummaa mootummootaa dhimma kana irratti fuuleffate utuu hin jalqabamin mormii har’aa guutuu biyyootii Asiyaa keessatti jalqabame kana irratti barattootaa fi kanneen kuma dhibbaan alaka’aman irratti hirmaataniiru.

Mormiin kun booda irra Afriikaa fi Awrooppaa bakka jamaan irratti hirmaate-tti babal’ate.

Awustraaliyaa qofaa keessatti ijoollee fi namoonni gurguddaan kuma 300 ol ta’an kan hiriiran yoo ta’u angawoonni naannoo fi kan manneen barnootaa akkasumas dalaalaa hangi tokko illee argamaniiru.

Afriikaa keessaa mormiin kun Naayroobii, Keeniyaa fi magaalaalee Afriikaa kibbaa Johaansbergii fi Pritooriyaa keessatti geggeessameera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG